Nama masjiidota Rabbii akka isaan keessatti maqaan Rabbii hin faarfamne dhorgeefi onsuu isaaniitiif carraaqe caalaa namni miidhaa hojjate hin jiruWarri sun haala sodaan guutamaniin malee isaan (masjiidota Rabbii) seenuun isaaniif hin ta’uIsaaniif addunyaa keessatti salphinatu jiraAmmas isaaniif Aakhiratti adabbii guddaa ta’etu jira.