Rakkoo hin himatinaa! Dhugumatti isin erga amantanii booda kafartanii jirtuYoo garee isin irraa ta’eef irra dabarres, garee biraa immoo waan isaan yakkamtoota ta’aniif ni adabna.