Namoota irraas nama Rabbiin ala gabbaramoota (biraa) kan akka Rabbiin jaallatanutti isaan jaallatan godhatantu jiruIsaan amanan irra caalaa Rabbiin jaallatuWarri miidhaa hojjatanu yeroo adabbii argan akka humni hundi kan Rabbii ta’eefi Rabbiinis (abbaa) adabbii cimaa akka ta’e odoo arguu kan danda’an ta’anii (silaa gabbaramaa biraa hin godhatanu).