Gareen kun lamaan warra Rabbii isaanii keessatti wal falmaniidhaIsaan kafaran uffata ibidda irraa ta’etu isaaniif kutamee, mataa isaanii gubbaas bishaan danfaatu itti naqama.


الصفحة التالية
Icon