Sila akka Allaahn wantoota dachii keessa jiraniifi dooniwwan galaana keessa daakan ajaja Isaatiin isiniif mijeesse hin arginee? Eeyyama Isaatiin yoo ta'e malee akka samiin dachii irratti hin kufne qabaRabbiin namootaaf akkaan mararfataa, rahmata godhaadha


الصفحة التالية
Icon