(Yaa Muhammad!) Rabbiin dhiifama siif godhee, hanga isaan dhugaa dubbatan ifa siif ta’anii warra soban beektutti (lola irraa hafuu) maalif isaaniif hayyamte?
الترجمة الأورومية
ﭻﭼﭽﭾﭿﮀﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇ ﰪ