Yeroo gara isaanii deebitan rakkina kara keessan dhiheeffatu“Sababaa hin dhiheessinaa; Nuti isiniif hin amannuDhugumatti, Rabbiin oduu keessan irraa nuuf himee jiraRabbiifi ergamaan Isaas hojii keessan arguuf jiruSana booda gara isa waan mul’atuufi hin mul’anne beekuutti deebifamtuWaan isin dalagaa turtanis isinitti hima” jedhiin.
الترجمة الأورومية