Yeroo keeyyattoonni keenya kan ifa ta’an isaan irratti dubbifamanis, fuula warra kafaranii irraa (ajaja Rabbii) diduu hubattaWarra keeyyattoota keenya isaan irratti dubbisanitti utaaluutti dhihaatu(Yaa Muhammad!) “Sila waan sana caalaa hamaa ta’e isiniif himuu? Ibidda Rabbiin isaan kafaraniif waadaa galeedhaDeebichi waa fokkate!” jedhi.
الترجمة الأورومية