Oduma kitaaba qara’anuu yahuudonni “kiristaanonni homaa irra (amantii sirrii ta’e hordofaa) hin jiranu” jedhu; Kiristaanonnis “yahuudonni homaa irra hin jiranu” jedhuAkkuma san warri hin beekne fakkaataa jecha isaanii dubbatanRabbiin Guyyaa Qiyaamaa gidduu isaaniitti waan isaan isa keessatti wal dhabaa turan irratti murteessa.