ع الترجمة الأورومية માંથી الأورومية માં સૂરહ العصر નો અનુવાદ الترجمة الأورومية الترجمة الأورومية الذهاب لصفحة الكتاب Verse 1 ﭑ ﭒ Yeroonin kakadha. Verse 2 ﭓﭔﭕﭖ ﭗ Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira. Verse 3 ﭘﭙﭚﭛﭜﭝﭞﭟﭠ ﭡ Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru). تقدم القراءة تحميل المزيد عرض الكل
Verse 3 ﭘﭙﭚﭛﭜﭝﭞﭟﭠ ﭡ Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru).