Surah At-Tariq in Oromoo
سورة الطارق · Verses: 17 · Meccan
Translation: Oromoo translation (الترجمة الأورومية)
-
1
وَٱلسَّمَآءِ وَٱلطَّارِقِ
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha). -
2
وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلطَّارِقُ
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise? -
3
ٱلنَّجۡمُ ٱلثَّاقِبُ
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha. -
4
إِن كُلُّ نَفۡسࣲ لَّمَّا عَلَيۡهَا حَافِظࣱ
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu. -
5
فَلۡيَنظُرِ ٱلۡإِنسَٰنُ مِمَّ خُلِقَ
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu. -
6
خُلِقَ مِن مَّآءࣲ دَافِقࣲ
Bishaan utaalaa irraa uumame. -
7
يَخۡرُجُ مِنۢ بَيۡنِ ٱلصُّلۡبِ وَٱلتَّرَآئِبِ
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u. -
8
إِنَّهُۥ عَلَىٰ رَجۡعِهِۦ لَقَادِرࣱ
Inni isa deebisuu irratti danda’aadha. -
9
يَوۡمَ تُبۡلَى ٱلسَّرَآئِرُ
Guyyaa iccitiiwwan ifa ba'an. -
10
فَمَا لَهُۥ مِن قُوَّةࣲ وَلَا نَاصِرࣲ
(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru. -
11
وَٱلسَّمَآءِ ذَاتِ ٱلرَّجۡعِ
Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha). -
12
وَٱلۡأَرۡضِ ذَاتِ ٱلصَّدۡعِ
Dachii dhodhootuunin (kakadha). -
13
إِنَّهُۥ لَقَوۡلࣱ فَصۡلࣱ
Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha. -
14
وَمَا هُوَ بِٱلۡهَزۡلِ
Inni qoosaa hin taane. -
15
إِنَّهُمۡ يَكِيدُونَ كَيۡدࣰا
Dhugumatti, isaan tooftaa baasu. -
16
وَأَكِيدُ كَيۡدࣰا
Anis tooftaan baasa. -
17
فَمَهِّلِ ٱلۡكَٰفِرِينَ أَمۡهِلۡهُمۡ رُوَيۡدَۢا
Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif