سورة لقمان

الترجمة الأورومية

ترجمة معاني سورة لقمان باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية

الترجمة الأورومية

آية رقم 1
Alif Laam Miim.
آية رقم 3
Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame)
Namaafis haadhaafi abbaa isaatti (tola ooluu) dhaamnee jirra; haati isaas dadhabbii dadhabbii irratti ta’een isa baadhatteHarma irraa gu’uun isaas waggaa lama keessatti“Anaafi haadhaa abbaa keetiif galata galchiDeebiinis gara kiyyatti” jechuun isa ajajne.
آية رقم 24
Yeroo xiqqoof isaan ni qanansiifnaSana booda gara adabbii guddaatti isaan dirqisiifna.
تقدم القراءة