سورة الذاريات

الترجمة الأورومية

ترجمة معاني سورة الذاريات باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية

الترجمة الأورومية

آية رقم 1
(Qilleensa) bubbisuu bubbiftuunin kakadha.
آية رقم 2
(Duumessa bishaan) ulfaataa baadhattuunis.
آية رقم 3
(Dooniwwan) haala salphaan (bishaan gubbaa) yaa’aniinis.
آية رقم 4
(Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis.
آية رقم 6
(Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha.
آية رقم 7
Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe.
آية رقم 9
  Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha.
آية رقم 15
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu.
آية رقم 18
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha.
آية رقم 19
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha.
آية رقم 20
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru.
آية رقم 22
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira.
Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen.
Ergasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabeIsaan “hin sodaatin” jedhaniinIlma beekumsa qabuunis isa gammachiisan.
Sana booda niitin isaa sagalee ol fuudhamaan haasa’aa dhufteFuula ishee dhadhayaa “Ani jaartii manguddoo maseena hoo (akkamittin daha)!” jette
آية رقم 33
Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”
آية رقم 34
Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen.
آية رقم 38
(Seenaa) Muusaa keessas yeroo ragaa ifa ba’aan gara Fir’awnitti isa ergine (mallattoo goonee jirra).
آية رقم 39
Innis (Fir’awnis) humna waraanaa isaa waliin (dhugaa irraa) gara galee “(Muusaan) falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhe.
آية رقم 41
(Seenaa) Aad keessas, yeroo qilleensa maseenaa isaan irratti ergine (mallattootu jira).
آية رقم 43
(Seenaa) Samuud keessas, yeroo hanga murtaa’e tokko qanani’aa isaaniin jedhame (mallattootu jira).
آية رقم 47
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha.
آية رقم 48
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle!
آية رقم 53
Sila (sobsiisuu kana) waliif dhaamanii? Lakkisaa, isaanumatu ummata daangaa dabroodha.
Dhugumatti, miidhaa raawwattootaaf qooda adabaa kan akka adabbii fakkaattota isaaniitu jiraafii akka Nan jarjarfanne.
آية رقم 60
Warra kafaraniif guyyaa isaanii kan beellama godhaman keessatti badiin isaaniif mirkanaa’eera.
تقدم القراءة