ترجمة معاني سورة الطارق باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية
آية رقم 1
ﭑﭒ
ﭓ
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha).
آية رقم 2
ﭔﭕﭖﭗ
ﭘ
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise?
آية رقم 3
ﭙﭚ
ﭛ
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha.
آية رقم 4
ﭜﭝﭞﭟﭠﭡ
ﭢ
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu.
آية رقم 5
ﭣﭤﭥﭦ
ﭧ
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu.
آية رقم 6
ﭨﭩﭪﭫ
ﭬ
Bishaan utaalaa irraa uumame.
آية رقم 7
ﭭﭮﭯﭰﭱ
ﭲ
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u.
آية رقم 8
ﭳﭴﭵﭶ
ﭷ
Inni isa deebisuu irratti danda’aadha.
آية رقم 9
ﭸﭹﭺ
ﭻ
Guyyaa iccitiiwwan ifa ba'an.
آية رقم 10
ﭼﭽﭾﭿﮀﮁ
ﮂ
(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru.
آية رقم 11
ﮃﮄﮅ
ﮆ
Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha).
آية رقم 12
ﮇﮈﮉ
ﮊ
Dachii dhodhootuunin (kakadha).
آية رقم 13
ﮋﮌﮍ
ﮎ
Dhugumatti, inni (Qur'aanni) jecha adda baasaadha.
آية رقم 14
ﮏﮐﮑ
ﮒ
Inni qoosaa hin taane.
آية رقم 15
ﮓﮔﮕ
ﮖ
Dhugumatti, isaan tooftaa baasu.
آية رقم 16
ﮗﮘ
ﮙ
Anis tooftaan baasa.
آية رقم 17
ﮚﮛﮜﮝ
ﮞ
Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif
تقدم القراءة