سورة الليل

الترجمة الأورومية

ترجمة معاني سورة الليل باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية

الترجمة الأورومية

آية رقم 1
Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge.
آية رقم 4
Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba).
آية رقم 7
(Karaa) laaftuuf isa laaffisuuf jirra.
آية رقم 9
Islaamummaa sobsiise immoo,
آية رقم 10
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra.
آية رقم 12
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mul'isuun) Nurra jira.
آية رقم 14
Ibidda qabsiifamaa ta'e isin sodaachise.
آية رقم 17
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira.
آية رقم 20
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa ta'e barbaachaaf malee (hin kennu).
آية رقم 21
Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira
تقدم القراءة