ترجمة معاني سورة التين باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية
آية رقم 1
ﭫﭬ
ﭭ
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha).
آية رقم 2
ﭮﭯ
ﭰ
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis.
آية رقم 3
ﭱﭲﭳ
ﭴ
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha).
آية رقم 4
ﭵﭶﭷﭸﭹﭺ
ﭻ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne.
آية رقم 5
ﭼﭽﭾﭿ
ﮀ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne.[]
آية رقم 6
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira.
آية رقم 7
ﮋﮌﮍﮎ
ﮏ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)?
آية رقم 8
ﮐﮑﮒﮓ
ﮔ
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee?
تقدم القراءة