Surah At-Tin in Oromoo
سورة التين · Verses: 8 · Meccan
Translation: Oromoo translation (الترجمة الأورومية)
-
1
وَٱلتِّينِ وَٱلزَّيۡتُونِ
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha). -
2
وَطُورِ سِينِينَ
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis. -
3
وَهَٰذَا ٱلۡبَلَدِ ٱلۡأَمِينِ
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha). -
4
لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمࣲ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne. -
5
ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne.[] -
6
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونࣲ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira. -
7
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)? -
8
أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee?