ترجمة معاني سورة الإخلاص باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية . من تأليف: غالي ابابور اباغونا . ﰡ ﭑﭒﭓﭔ ﰀ Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. ﭖﭗ ﰁ Allaahn hirkoo waa hundaati. ﭙﭚﭛﭜ ﰂ Hin dhalle hin dhalannes. ﭞﭟﭠﭡﭢ ﰃ Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”