Hiikkaa Suura الهمزة الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭢﭣﭤﭥ
ﭦ
Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin mirkanaa’e.
Verse 2
ﭧﭨﭩﭪ
ﭫ
Isa qabeenya walitti qabee lakkaa'e.
Verse 3
ﭬﭭﭮﭯ
ﭰ
Qabeenyi isaa isa hambisuu kan yaadu.
Verse 4
ﭱﭲﭳﭴﭵ
ﭶ
Haa dhorgamu! [Ibidda] caccabsituu keessatti darbamuuf jira.
Verse 5
ﭷﭸﭹﭺ
ﭻ
Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise?
Verse 6
ﭼﭽﭾ
ﭿ
(Isheen) ibidda Rabbii kan qabsiifamtuudha.
Verse 7
ﮀﮁﮂﮃ
ﮄ
Ishee onnee irratti (laalaan ishee) mul’attuudha.
Verse 8
ﮅﮆﮇ
ﮈ
Dhugumatti, isheen isaan irratti cufamtuudha.
Verse 9
ﮉﮊﮋ
ﮌ
Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama).
تقدم القراءة