Hiikkaa Suura الفلق الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭤﭥﭦﭧ
ﭨ
Jedhi: "Gooftaa bariittin maganfadha.
Verse 2
ﭩﭪﭫﭬ
ﭭ
Hamtuu waan Inni uumee irraa,
Verse 3
ﭮﭯﭰﭱﭲ
ﭳ
Hamtuu dukkanaa yeroo dukkanaa’e irraas,
Verse 4
ﭴﭵﭶﭷﭸ
ﭹ
Hamtuu guduunfaa keessatti tuftu irraas,
Verse 5
ﭺﭻﭼﭽﭾ
ﭿ
Hamtuu haasidii yeroo inni hassadu (waanyu) irraas (Rabbittin maganfadha).”
تقدم القراءة