Hiikkaa Suura التكاثر الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮣﮤ
ﮥ
Baay’ifachuun (ibaadaa irraa) isin jaataneesse (shaagale).
Verse 2
ﮦﮧﮨ
ﮩ
Hanga awwaala dhaqxanitti (duutanitti).
Verse 3
ﮪﮫﮬ
ﮭ
Dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu.
Verse 4
ﮮﮯﮰﮱ
ﯓ
Ergasiis dhorgamaa! Fuula dura beekuuf jirtu
Verse 5
ﯔﯕﯖﯗﯘ
ﯙ
Dhugumatti, odoo beekumsa mirkanaa’aa beektanii (hin shaagalamtanu ture).
Verse 6
ﯚﯛ
ﯜ
Dhugumatti ibidda ni argitu.
Verse 7
ﯝﯞﯟﯠ
ﯡ
Ergasii argaa mirkanaa’aa arguuf jirtu
Verse 8
ﯢﯣﯤﯥﯦ
ﯧ
Ergasii dhugumatti guyyaa san qananii irraa gaafatamuuf jirtu
تقدم القراءة