Hiikkaa Suura الكافرون الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭑﭒﭓ
ﭔ
Jedhi: "yaa warra Rabbitti kafartan!
Verse 2
ﭕﭖﭗﭘ
ﭙ
Ani waan isin gabbartan hin gabbaru.
Verse 3
ﭚﭛﭜﭝﭞ
ﭟ
Isinis waan ani gabbaru kan gabbartan hin taane.
Verse 4
ﭠﭡﭢﭣﭤ
ﭥ
Anis waan isin gabbartan (fuula duras) kan gabbaruu miti.
Verse 5
ﭦﭧﭨﭩﭪ
ﭫ
Isinis waan ani gabbaru (fuula duras) kan gabbartanii miti.
Verse 6
ﭬﭭﭮﭯ
ﭰ
Isiniif amantiin keessan jira; anaafis amantiin kiyya jira."
تقدم القراءة