سورة الجاثية

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura الجاثية الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Uumama keessaniifi lubbu qabeeyyii irraa waan Inni (Rabbiin dachii keessa) facaasu keessas namoota dhugaan amananiif raajiiwwantu jiru.
Verse 7
Cufa nama akkaan kijibaa, dilaawaa ta’eetiif laga ibiddaatu jira.
Dhugumatti, ilmaan Israa’iliif kitaaba, hubannoo seera isaatiifi nabiyyummaas kennineerraWantoota gaggaarii irraas isaaniif kenninee, aalama (yeroo isaanii) hunda irras isaan caalchifne.
تقدم القراءة