Hiikkaa Suura القارعة الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭴ
ﭵ
Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan).
Verse 2
ﭶﭷ
ﭸ
Qalbii rukuttuun maali?
Verse 3
ﭹﭺﭻﭼ
ﭽ
Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise?
Verse 4
ﭾﭿﮀﮁﮂ
ﮃ
Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u.
Verse 5
ﮄﮅﮆﮇ
ﮈ
(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u.
Verse 6
ﮉﮊﮋﮌ
ﮍ
Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte,
Verse 7
ﮎﮏﮐﮑ
ﮒ
Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.
Verse 8
ﮓﮔﮕﮖ
ﮗ
Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo,
Verse 9
ﮘﮙ
ﮚ
Haati isaa “Haawiyaa[]”dha.
Verse 10
ﮛﮜﮝﮞ
ﮟ
Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise?
Verse 11
ﮠﮡ
ﮢ
(Isheen) ibidda gubduudha.
تقدم القراءة