Hiikkaa Suura البلد الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭽﭾﭿﮀ
ﮁ
Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha.
Verse 2
ﮂﮃﮄﮅ
ﮆ
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha.
Verse 3
ﮇﮈﮉ
ﮊ
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha).
Verse 4
ﮋﮌﮍﮎﮏ
ﮐ
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne.
Verse 5
ﮑﮒﮓﮔﮕﮖ
ﮗ
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin danda'uu yaadaa?
Verse 6
ﮘﮙﮚﮛ
ﮜ
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha.
Verse 7
ﮝﮞﮟﮠﮡ
ﮢ
Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa?
Verse 8
ﮣﮤﮥﮦ
ﮧ
Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee?
Verse 9
ﮨﮩ
ﮪ
Arrabaafi hidhii lamas;
Verse 10
ﮫﮬ
ﮭ
Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine.
Verse 11
ﮮﮯﮰ
ﮱ
Sila maaliif tulluu hin dabrine?[]
Verse 12
ﯓﯔﯕﯖ
ﯗ
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise?
Verse 13
ﯘﯙ
ﯚ
(Inni) Gabra bilisoomsuudha
Verse 14
ﯛﯜﯝﯞﯟﯠ
ﯡ
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha.
Verse 15
ﯢﯣﯤ
ﯥ
Yatiima fira ta’an;
Verse 16
ﯦﯧﯨﯩ
ﯪ
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege).
Verse 17
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane?
Verse 18
ﯵﯶﯷ
ﯸ
Isaan sun warra mirgaati.
Verse 19
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖ
ﭗ
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati.
Verse 20
ﭘﭙﭚ
ﭛ
Isaan irratti ibiddi cufamtuudha.[]
تقدم القراءة