Hiikkaa Suura الفاتحة الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭑﭒﭓﭔ
ﭕ
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin
Verse 2
ﭖﭗﭘﭙ
ﭚ
Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati
Verse 3
ﭛﭜ
ﭝ
Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa.
Verse 4
ﭞﭟﭠ
ﭡ
Abbaa (mootii) guyyaa murtii
Verse 5
ﭢﭣﭤﭥ
ﭦ
Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas
Verse 6
ﭧﭨﭩ
ﭪ
Daandii sirrii nu qajeelchi.
Verse 7
Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)
تقدم القراءة