ع Hiikkaa Suura الكوثر الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa الترجمة الأورومية الترجمة الأورومية الذهاب لصفحة الكتاب Verse 1 ﮆﮇﮈ ﮉ Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra. Verse 2 ﮊﮋﮌ ﮍ Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali. Verse 3 ﮎﮏﮐﮑ ﮒ Dhugumatti, kan si jibbu isuma kan qaccee cite (kheyrii hunda irraa cite). تقدم القراءة تحميل المزيد عرض الكل