Hiikkaa Suura الشرح الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﯝﯞﯟﯠ
ﯡ
Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee?
Verse 2
ﯢﯣﯤ
ﯥ
Ba’aa (badii) kee sirraa buufne.
Verse 3
ﭑﭒﭓ
ﭔ
Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne).
Verse 4
ﭕﭖﭗ
ﭘ
Maqaa keetis siif ol kaafne.
Verse 5
ﭙﭚﭛﭜ
ﭝ
Rakkinaa wajjin laafinatu jira.
Verse 6
ﭞﭟﭠﭡ
ﭢ
Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira.
Verse 7
ﭣﭤﭥ
ﭦ
Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu
Verse 8
ﭧﭨﭩ
ﭪ
Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli
تقدم القراءة