Hiikkaa Suura النصر الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭱﭲﭳﭴﭵ
ﭶ
Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe,
Verse 2
Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite,
Verse 3
Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha.
تقدم القراءة