سورة القلم

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura القلم الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Verse 5
Fuulduratti arguuf jirta; isaanis arguuf jiru.
Verse 6
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu).
Verse 9
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu.
Verse 11
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan ta'eef (hin ajajamin).
Verse 13
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan ta'een (hin ajajamin).
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
Verse 18
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan).
Verse 20
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
"Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan).
Verse 25
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti danda'oo ta'anii bariisifatan.
Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe.
"Gooftaan keenya qulqullaa'e; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan.
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira.
Verse 35
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa?
Dhugumatti, kitaaba (samii bu'e) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa?
Sila shariikota (kan murtee isaanii dhugoomsu) qabu moo? Yoo kan dhugaa dubbatan ta'aniif shariikota isaaniitiin haa dhufanu.
Odoo ni'imaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa ta'eeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture.
تقدم القراءة