سورة النازعات

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura النازعات الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Verse 1
[Maleykaa lubbuu kaafiraa] humnaan buttuunin (kakadha).
Verse 2
[Kan lubbuu mu’uminaa] luqqisuu suuta luqqiftuunis.
Verse 3
[Kan ajaja Rabbii geessuuf] adeemuu demaniinis.
Verse 4
Maleykota] dorgommii wal dorgomaniinis
Verse 5
(Kan) ajaja Rabbii gara dachii geessaniininis (nan kakadha
Verse 6
Guyyaa sochootuun [afuuffiin xurumbaa nama] sochooftu;
Verse 7
Hordoftuutu (afuuffii biraatu) ishee hordofa.
Ni jedhu: "sila nuti dhugumatti haala jireenya duriitti ni deebifamnaa?
Verse 19
Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)."
Verse 20
[Muusan] mallattoo guddaa isa (Fir'awniin) agarsiise.
Verse 21
Inni (Fir’awn) sobsiisee faallesse.
Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe.
Verse 28
Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse.
Verse 33
Isiniifi beelladoota keessan qanansiisuuf [kana godhe].
Verse 44
Beekumsi ishee kan dhumaa garuma Gooftaa keetiiti.
تقدم القراءة