سورة الإنفطار

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura الإنفطار الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Verse 4
Yeroo qabroonni gara gaggalfamtee du’aa ishee keessa jiru ol baafte,
(Yeroo san) lubbuun hundi waan dabarfatte (hojjattee)fi dhiifte ni beekti
Verse 11
Kabajamoo, barreessitoota kan ta’an.
تقدم القراءة