Hiikkaa Suura الضحى الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮉ
ﮊ
Waareenin (kakadha).
Verse 2
ﮋﮌﮍ
ﮎ
Halkaniinis yeroo inni callise.
Verse 3
ﮏﮐﮑﮒﮓ
ﮔ
Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines
Verse 4
ﮕﮖﮗﮘﮙ
ﮚ
Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala.
Verse 5
ﮛﮜﮝﮞ
ﮟ
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas
Verse 6
ﮠﮡﮢﮣ
ﮤ
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee?
Verse 7
ﮥﮦﮧ
ﮨ
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche.
Verse 8
ﮩﮪﮫ
ﮬ
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse.
Verse 9
ﮭﮮﮯﮰ
ﮱ
Yatiima hin hacuucin
Verse 10
ﯓﯔﯕﯖ
ﯗ
Kadhataas hin ifatin
Verse 11
ﯘﯙﯚﯛ
ﯜ
Ni'imaa (qananii) Gooftaa keetiis odeessi.
تقدم القراءة