Hiikkaa Suura الليل الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮡﮢﮣ
ﮤ
Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge.
Verse 2
ﮥﮦﮧ
ﮨ
Guyyaanis yeroo inni mul'ate;
Verse 3
ﮩﮪﮫﮬ
ﮭ
Isa kormaafi dhalaa uumeenis;
Verse 4
ﮮﮯﮰ
ﮱ
Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba).
Verse 5
ﯓﯔﯕﯖ
ﯗ
Namni kennatee Rabbiin sodaate,
Verse 6
ﯘﯙ
ﯚ
Islaamummaas dhugoomse,
Verse 7
ﯛﯜ
ﯝ
(Karaa) laaftuuf isa laaffisuuf jirra.
Verse 8
ﯞﯟﯠﯡ
ﯢ
Nama don’oomee of ga’e,
Verse 9
ﯣﯤ
ﯥ
Islaamummaa sobsiise immoo,
Verse 10
ﭑﭒ
ﭓ
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra.
Verse 11
ﭔﭕﭖﭗﭘﭙ
ﭚ
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu.
Verse 12
ﭛﭜﭝ
ﭞ
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mul'isuun) Nurra jira.
Verse 13
ﭟﭠﭡﭢ
ﭣ
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya.
Verse 14
ﭤﭥﭦ
ﭧ
Ibidda qabsiifamaa ta'e isin sodaachise.
Verse 15
ﭨﭩﭪﭫ
ﭬ
Hoonga’aa malee ishee hin seenu.
Verse 16
ﭭﭮﭯ
ﭰ
Kan sobsiisee gara gale (malee).
Verse 17
ﭱﭲ
ﭳ
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira.
Verse 18
ﭴﭵﭶﭷ
ﭸ
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
Verse 19
ﭹﭺﭻﭼﭽﭾ
ﭿ
Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu).
Verse 20
ﮀﮁﮂﮃﮄ
ﮅ
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa ta'e barbaachaaf malee (hin kennu).
Verse 21
ﮆﮇ
ﮈ
Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira
تقدم القراءة