سورة يوسف

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura يوسف الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Yeroo (obboleeyyan Yuusuf) jedhan: “Dhugumatti, odoo nuti garee taanee jirru Yuusufiifi obboleessi isaa nurra gara abbaa keenyaatti jaalatamoodhaDhugumatti, abbaan keenya dogoggora ifa bahaa keessa jira.
[Isaan] ni jedhan: “Odoo nuti garee taanee jirruu yoo yeyyiin isa nyaatteef, dhugumatti nuti yeroo san hoongoftoota.”
Kara deemtonnis (daldaaltoonnis) dhuftee nama isaaniif bishaan waraabu erganii baaldii isaa (boolla keessa) gadi buuse“Yaa gammachuu! Kuni mucaa dargaggeessa” jedheMeeshaa godhanii isa dhoksanRabbiin waan isaan hojjatan hunda beekaadha.
Inni (Yuusuf) ni jedhe: “Isheetu (qunnamtii saalaatiif) lubbuu kiyya irra na barbaaddeRagaa ba’aan maatii ishee irraa ta’e tokkos (akkana jechuun) ragaa ba’e: “Yoo qamiisni isaa gara duraatiin baqaqfame, isheen dhugaa jettee inni sobdoota irraayi
Yeroma qamiisni isaa gara duubatiin kan baqaqfame ta’uu argu, (dhirsi ishee) ni jedhe: “Dhugumatti, inni kun tooftaa keessan (dubartootaa) irraayyiDhugumatti, tooftaan keessan guddaadha
Yaa hiriyoota kiyya lamaan kan mana hidhaa! Sila gooftota adda addaa baay’ee moo Rabbii tokkicha hunda mo’ataa ta’etu caala?
Mootichis ni jedhe: “Dhugumatti, ani sa’oota gabbataa ta’an torba kan (sa’oonni) huqqatoo ta’an torba nyaatan, akkasumas sootalloo (mataa midhaanii) magariisa torbaafi kan biraas gogaa (torba) abjuu keessatti argeeraYaa qondaaltota (kiyya)! yoo kan manaama hiiktanu taataniif manaama kiyya kana naaf hiikaa.”
Inni isaan lamaan (mana hidhaa keessa turan) irraa nagaa ba’eefi yeroo dheeraa booda (Yuusufiin) yaadatee ni jedhe: “Anatu hiika isaa isinitti himaa na ergaa.” (Gara Yuusufis ni deeme)
(Innis ni jedhe): “Yaa Yuusufii dhugaa dubbataa taate! Sa’oota gabbatoo torba kan (sa’oonni) huqqatoon torba isaan nyaataniifi sootalloo (mataa midhaanii) magariisaa torbaafi kan biraas gogaa (torba) hiika (abjuu kanaa) akka beekanuuf gara namaa deebi’ee isaanitti himuun koo ni kajeelamaa nuuf himi
(Yuusufis) “kun (gooftaan kiyya) fagootti (bakka inni hin jirretti) akka an isa hin ganiniifi Rabbiin dhugumatti tooftaa gantootaa hin sirreessu jechuu akka beekuufi” (jedhe)
[Isaan] “Nuti waa’ee isaa abbaa isaa ni gaafannaDhugumatti, nuti (dhimma kana) raawwatoodha.”
Ni jedhan: “Adabni isaa namni inni meeshaa isaa keessatti argame isumatu (fudhamuutu) adabbii isaatiNuti akka kanatti isaan miidhaa (hanna) raawwatanu adabna.”
Yeroma isa irraa abdii muratan, kan maryatan ta’anii kophaa ba’anGuddaan isaanii ni jedhe: “Sila dhugumatti abbaan keessan kakuu Rabbi irraa ta’e isin irratti qabachuufi kana duras Yuusuf irratti waan daangaa dabartan hin beektanuu? Kanaaf ani hanga abbaan kiyya naaf hayyamutti yookiin (hanga) Rabbiin dhimma kana naaf murteessutti dachii kana gadi hin dhiisuInnis irra caalaa warreen murtii kennaniiti.
[Isaan]: “Rabbitti kakannee! Dhugumatti, Rabbiin nurra si filatee jiraDhugumatti nuti dogoggortoota turre” jedhan.
[Isaan] “Rabbitti kakannee! Dhugumatti, ati jallinuma kee kan durii keessa jirta” jedhan.
[Isaan] “Yaa abbaa keenya! Dhugumatti, nuti dogoggortoota taanee jirraa badii keenyaaf (Rabbiin) araarama nuuf kadhu” jedhan
(Ya’aquubis) “Ani fuul-duratti Gooftaa kiyya araarama isiniifin kadhaDhugumatti, Inni Isatu araaramaa, rahmata godhaadha” jedhe.
Abbaafi haadha isaas siree irratti ol fuudheIsaanis sujuuda isaaf bu’an[Inni] ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! kun hiika manaama kiyyaa kan duraaniitiGooftaan kiyya dhugaa ishee taasiseeraErga shayxaanni anaafi obboleeyyan kiyya gidduutti diinummaa uumee booda yeroo ana mana hidhaa irraa baasee isinis baadiyaa irraa fidu dhugumatti, Gooftaan kiyya tola natti oolee jiraDhugumatti, Gooftaan kiyya nama fedheef mararfataadhaDhugumatti, Inni Isa qofatu beekaa, ogeessa.
تقدم القراءة