Hiikkaa Suura الفيل الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
Sila Gooftan kee Abbootii Arbaa irratti akkam akka dalage hin arginee?
Verse 2
ﮕﮖﮗﮘﮙ
ﮚ
Sila tooftaa isaanii dhabama hin goonee? (godheera).
Verse 3
ﮛﮜﮝﮞ
ﮟ
Simbira garee gareedhaan isaanitti erge.
Verse 4
ﮠﮡﮢﮣ
ﮤ
Dhagaalee xuubii (suphee gubamte) irraa taate isaanitti darbatti.
Verse 5
ﮥﮦﮧ
ﮨ
Akka alalaa (okaa) nyaatamee isaan taasise.
تقدم القراءة