Hiikkaa Suura الأعلى الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮟﮠﮡﮢ
ﮣ
Maqaa Gooftaa kee olaanaa ta'ee qulqulleessi.
Verse 2
ﮤﮥﮦ
ﮧ
Isa (waan hunda) uumee guute.
Verse 3
ﮨﮩﮪ
ﮫ
Isa murteessee qajeelche.
Verse 4
ﮬﮭﮮ
ﮯ
Isa marga baase,
Verse 5
ﮰﮱﯓ
ﯔ
Goggogaa gurraacha isa taasise.
Verse 6
ﯕﯖﯗ
ﯘ
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu
Verse 7
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka.
Verse 8
ﯤﯥ
ﯦ
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
Verse 9
ﯧﯨﯩﯪ
ﯫ
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi.
Verse 10
ﯬﯭﯮ
ﯯ
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira.
Verse 11
ﭑﭒ
ﭓ
Hoonga'aan ishee irraa fagaata.
Verse 12
ﭔﭕﭖﭗ
ﭘ
Inni ibidda guddoo seenu.
Verse 13
ﭙﭚﭛﭜﭝﭞ
ﭟ
Ergasii ishee keessatti hin du'u; hin jiraatus.
Verse 14
ﭠﭡﭢﭣ
ﭤ
Dhugumatti, namni of qulqulleeffate milkaa’e.
Verse 15
ﭥﭦﭧﭨ
ﭩ
Maqaa Gooftaa isaa dubbatee kan salaate.
Verse 16
ﭪﭫﭬﭭ
ﭮ
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu.
Verse 17
ﭯﭰﭱ
ﭲ
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu].
Verse 18
ﭳﭴﭵﭶﭷ
ﭸ
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira.
Verse 19
ﭹﭺﭻ
ﭼ
Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]
تقدم القراءة