Hiikkaa Suura قريش الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﭑﭒ
ﭓ
Qurayshota barsiisuuf,
Verse 2
ﭔﭕﭖﭗ
ﭘ
Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse).
Verse 3
ﭙﭚﭛﭜ
ﭝ
Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu.
Verse 4
Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse.
تقدم القراءة