Hiikkaa Suura المسد الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮈﮉﮊﮋﮌ
ﮍ
Harki Abuu Lahab lamaan badde[Innis]bade.
Verse 2
ﮎﮏﮐﮑﮒﮓ
ﮔ
Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne.
Verse 3
ﮕﮖﮗﮘ
ﮙ
Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira.
Verse 4
ﮚﮛﮜ
ﮝ
Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti).
Verse 5
ﮞﮟﮠﮡﮢ
ﮣ
Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira
تقدم القراءة