Hiikkaa Suura النّاس الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa
Verse 1
ﮀﮁﮂﮃ
ﮄ
Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.
Verse 2
ﮅﮆ
ﮇ
Mootii namaatti,
Verse 3
ﮈﮉ
ﮊ
Gabbaramaa namaatti,
Verse 4
ﮋﮌﮍﮎ
ﮏ
Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa,
Verse 5
ﮐﮑﮒﮓﮔ
ﮕ
Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa,
Verse 6
ﮖﮗﮘ
ﮙ
Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”
تقدم القراءة