سورة الذاريات

الترجمة الأورومية

Hiikkaa Suura الذاريات الأورومية keessatti الترجمة الأورومية irraa

الترجمة الأورومية

Verse 1
(Qilleensa) bubbisuu bubbiftuunin kakadha.
Verse 2
(Duumessa bishaan) ulfaataa baadhattuunis.
Verse 3
(Dooniwwan) haala salphaan (bishaan gubbaa) yaa’aniinis.
Verse 4
(Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis.
Verse 9
  Kan namni haqa irraa garagalfamu ittiin garagalfamuudha.
Verse 18
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha.
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha.
Verse 20
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru.
Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen.
Ergasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabeIsaan “hin sodaatin” jedhaniinIlma beekumsa qabuunis isa gammachiisan.
Sana booda niitin isaa sagalee ol fuudhamaan haasa’aa dhufteFuula ishee dhadhayaa “Ani jaartii manguddoo maseena hoo (akkamittin daha)!” jette
Verse 34
Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen.
Innis (Fir’awnis) humna waraanaa isaa waliin (dhugaa irraa) gara galee “(Muusaan) falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhe.
Verse 48
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle!
Warra kafaraniif guyyaa isaanii kan beellama godhaman keessatti badiin isaaniif mirkanaa’eera.
تقدم القراءة