ترجمة معاني سورة الطلاق باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية

الترجمة الأورومية

Yaa Nabiyyichaa! Yeroo dubartoota hiiktan, 'Iddaa' isaaniitiin isaan hiikaa'Iddaass' lakkaa'aaRabbii Gooftaa keessan ta'es sodaadhaaYoo gocha fokkataa ifa ta'een dhufan malee manneen isaanii irraa isaan hin baasinaa; isaanis hin ba'inSun daangaawwan RabbiitiNamni daangaawwan Rabbii tare, dhugumatti inni lubbuu ofii miidheeraYoo tasa Rabbiin san booda dhimma haara'a (walitti deebi'uu gidduu keessanitti) uume hin beektu.
تقدم القراءة