ترجمة معاني سورة القلم باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية
ﰡ
آية رقم 1
ﮉﮊﮋﮌﮍ
ﮎ
NuunQalamaafi waan (malaykonni) barreessaniinin kakadha.
آية رقم 2
ﮏﮐﮑﮒﮓ
ﮔ
Ati ni'imaa Gooftaa keetiitiin maraataa hin taane.
آية رقم 3
ﮕﮖﮗﮘﮙ
ﮚ
Dhugumatti, siif mindaa hin cinnetu jira.
آية رقم 4
ﮛﮜﮝﮞ
ﮟ
Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta.
آية رقم 5
ﮠﮡ
ﮢ
Fuulduratti arguuf jirta; isaanis arguuf jiru.
آية رقم 6
ﮣﮤ
ﮥ
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu).
آية رقم 7
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka.
آية رقم 8
ﯓﯔﯕ
ﯖ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin.
آية رقم 9
ﯗﯘﯙﯚ
ﯛ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu.
آية رقم 10
ﯜﯝﯞﯟﯠ
ﯡ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin.
آية رقم 11
ﯢﯣﯤ
ﯥ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan ta'eef (hin ajajamin).
آية رقم 12
ﯦﯧﯨﯩ
ﯪ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis.
آية رقم 13
ﯫﯬﯭﯮ
ﯯ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan ta'een (hin ajajamin).
آية رقم 14
ﯰﯱﯲﯳﯴ
ﯵ
Waan abbaa qabeenyaafi ilmaanii ta'eef (boonee kafare).
آية رقم 15
Yeroo keeyyattoonni Keenya isa irratti dubbifamtu, "(kun) ogbarruu warra duriiti" jedhe.
آية رقم 16
ﯾﯿﰀ
ﰁ
Funyaan irratti isa mallatteessina.
آية رقم 17
Dhugumatti, Nuti akkuma abbootii ashaakiltii yeroo isaan bariidhaan ishee funaannachuuf kakatan qormaannetti, isaanis (mushrikoota Makkaas) qormaanneerra
آية رقم 18
ﭜﭝ
ﭞ
Siinoo hin baasanu (yoo Rabbiin fedhe hin jedhan).
آية رقم 19
Odoo isaan rafanuu, naanna'aan (adabbiin) Rabbii kee biraa ta'e ishee irra naanna'e
آية رقم 20
ﭧﭨ
ﭩ
Akka halkan dukkanaa (cilee) taatee bulte
آية رقم 21
ﭪﭫ
ﭬ
Bariidhaan walitti lallaban.
آية رقم 22
"Yoo kan funaannattan taataniif oyruu keessan irratti bariifadhaa" (waliin jedhan).
آية رقم 23
ﭵﭶﭷ
ﭸ
Walitti hasaasaa (gara oyruu) deeman.
آية رقم 24
ﭹﭺﭻﭼﭽﭾ
ﭿ
"Har’a hiyyeessi tokkoyyuu isinirratti akka ishee hin seenne" (jechuun hasaasan).
آية رقم 25
ﮀﮁﮂﮃ
ﮄ
(Hiyyeeyyii) dhowwuu irratti danda'oo ta'anii bariisifatan.
آية رقم 26
ﮅﮆﮇﮈﮉ
ﮊ
Yeroo ishee arganu ni jedhan: "nuti karaa badoodha.
آية رقم 27
ﮋﮌﮍ
ﮎ
Inumaayyuu nuti hoongeffamoodha."
آية رقم 28
Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe.
آية رقم 29
ﮗﮘﮙﮚﮛﮜ
ﮝ
"Gooftaan keenya qulqullaa'e; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan.
آية رقم 30
ﮞﮟﮠﮡﮢ
ﮣ
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale.
آية رقم 31
ﮤﮥﮦﮧﮨ
ﮩ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota.
آية رقم 32
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan).
آية رقم 33
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan).
آية رقم 34
ﯡﯢﯣﯤﯥﯦ
ﯧ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira.
آية رقم 35
ﯨﯩﯪ
ﯫ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa?
آية رقم 36
ﯬﯭﯮﯯ
ﯰ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu!
آية رقم 37
ﯱﯲﯳﯴﯵ
ﯶ
Dhugumatti, kitaaba (samii bu'e) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa?
آية رقم 38
ﯷﯸﯹﯺﯻ
ﯼ
Kan dhugumatti, isa keessa wanti isin filattan jiru (qabduu)?
آية رقم 39
Sila ‘wanti isin murteessitan isiniif jira’ jechuun kakuu Guyyaa Qiyaamaa keessatti bakka ga'aa ta'etu isiniif jira moo?
آية رقم 40
ﰊﰋﰌﰍ
ﰎ
Eenyuu isaaniitu sanaaf wabiidhaa isaan gaafadhu.
آية رقم 41
Sila shariikota (kan murtee isaanii dhugoomsu) qabu moo? Yoo kan dhugaa dubbatan ta'aniif shariikota isaaniitiin haa dhufanu.
آية رقم 42
Guyyaa mogolee irraa saaqamee (munaafiqoonni) gara sujuudaa waamamanii hin dandeenye san [yaadadhu].
آية رقم 43
Ijji isaanii sodaattuu taatee xiqqeenyis isaan haguugaDhugumatti, isaan odoo fayyaa qabanuu (addunyaa irratti) sujuudatti waamamaa turan.
آية رقم 44
Anaafi nama haasa'a (Qur'aana) kana sobsiisu walitti nu dhiisi; Nuti suutaan karaa isaan hin beekne irraa isaan qabna.
آية رقم 45
ﭪﭫﭬﭭﭮﭯ
ﭰ
Yeroon isaaniif kennaDhugumatti, tooftaan Kiyya cimaadha.
آية رقم 46
Sila mindaa isaan gaafatteeti kaffaluuf itti ulfaatemoo (maali)?
آية رقم 47
ﭹﭺﭻﭼﭽ
ﭾ
Sila (iccitii) fagoo kan isaan barreessantu isaan bira jira moo?
آية رقم 48
Murtii Gooftaa keetiitiif obsiAkka saahiba qurxummii kan yeroo dallansuun guutame san (Rabbitti) lallabee hin ta'in.
آية رقم 49
Odoo ni'imaan Gooftaa isaa irraa taate isa dhaqqabuu baattee, silaa komatamaa ta'eeti dirree biqiltuu hin qabne irratti darbama ture.
آية رقم 50
ﮖﮗﮘﮙﮚ
ﮛ
Gooftaan isaa isa filateeti gaggaarii irraa isa godhe.
آية رقم 51
Isaan kafaran yeroo yaadachiisa dhaga'an ija isaaniitiin lafaan si dhahuufi "dhugumatti, inni maraataa dha" (siin) jechuutti dhihaatu.
آية رقم 52
ﮩﮪﮫﮬﮭ
ﮮ
Innis aalama hundaaf yaadachiisa malee hin taane.
تقدم القراءة