ترجمة معاني سورة القيامة باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية

الترجمة الأورومية

آية رقم 2
Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)
آية رقم 4
Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti danda'oodha
آية رقم 8
(Yeroo) jiini ifa dhabu (gaddiddaa’u)
آية رقم 11
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru.
آية رقم 15
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
آية رقم 17
Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira.
آية رقم 24
Fuulli gariinis Guyyaa san akkaan suntuurtuudha.
آية رقم 26
Dhaga’aa! Yeroo (lubbuun ba'uuf) kokkee bira geesse,
آية رقم 28
(Namni du'aa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda ba'uu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate;
تقدم القراءة