ترجمة معاني سورة يونس باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية
الترجمة الإنجليزية - صحيح انترناشونال
المنتدى الإسلامي
الترجمة الإنجليزية
الترجمة الفرنسية - المنتدى الإسلامي
نبيل رضوان
الترجمة الإسبانية
محمد عيسى غارسيا
الترجمة الإسبانية - المنتدى الإسلامي
الترجمة الإسبانية (أمريكا اللاتينية) - المنتدى الإسلامي
المنتدى الإسلامي
الترجمة البرتغالية
حلمي نصر
الترجمة الألمانية - بوبنهايم
عبد الله الصامت
الترجمة الألمانية - أبو رضا
أبو رضا محمد بن أحمد بن رسول
الترجمة الإيطالية
عثمان الشريف
الترجمة التركية - مركز رواد الترجمة
فريق مركز رواد الترجمة بالتعاون مع موقع دار الإسلام
الترجمة التركية - شعبان بريتش
شعبان بريتش
الترجمة التركية - مجمع الملك فهد
مجموعة من العلماء
الترجمة الإندونيسية - شركة سابق
شركة سابق
الترجمة الإندونيسية - المجمع
وزارة الشؤون الإسلامية الأندونيسية
الترجمة الإندونيسية - وزارة الشؤون الإسلامية
وزارة الشؤون الإسلامية الأندونيسية
الترجمة الفلبينية (تجالوج)
مركز رواد الترجمة بالتعاون مع موقع دار الإسلام
الترجمة الفارسية - دار الإسلام
فريق عمل اللغة الفارسية بموقع دار الإسلام
الترجمة الفارسية - حسين تاجي
حسين تاجي كله داري
الترجمة الأردية
محمد إبراهيم جوناكري
الترجمة البنغالية
أبو بكر محمد زكريا
الترجمة الكردية
حمد صالح باموكي
الترجمة البشتوية
زكريا عبد السلام
الترجمة البوسنية - كوركت
بسيم كوركورت
الترجمة البوسنية - ميهانوفيتش
محمد مهانوفيتش
الترجمة الألبانية
حسن ناهي
الترجمة الأوكرانية
ميخائيلو يعقوبوفيتش
الترجمة الصينية
محمد مكين الصيني
الترجمة الأويغورية
محمد صالح
الترجمة اليابانية
روايتشي ميتا
الترجمة الكورية
حامد تشوي
الترجمة الفيتنامية
حسن عبد الكريم
الترجمة الكازاخية - مجمع الملك فهد
خليفة الطاي
الترجمة الكازاخية - جمعية خليفة ألطاي
جمعية خليفة الطاي الخيرية
الترجمة الأوزبكية - علاء الدين منصور
علاء الدين منصور
الترجمة الأوزبكية - محمد صادق
محمد صادق محمد
الترجمة الأذرية
علي خان موساييف
الترجمة الطاجيكية - عارفي
فريق متخصص مكلف من مركز رواد الترجمة بالشراكة مع موقع دار الإسلام
الترجمة الطاجيكية
خوجه ميروف خوجه مير
الترجمة الهندية
مولانا عزيز الحق العمري
الترجمة المليبارية
عبد الحميد حيدر المدني
الترجمة الغوجراتية
رابيلا العُمري
الترجمة الماراتية
محمد شفيع أنصاري
الترجمة التلجوية
مولانا عبد الرحيم بن محمد
الترجمة التاميلية
عبد الحميد الباقوي
الترجمة السنهالية
فريق مركز رواد الترجمة بالتعاون مع موقع دار الإسلام
الترجمة الأسامية
رفيق الإسلام حبيب الرحمن
الترجمة الخميرية
جمعية تطوير المجتمع الاسلامي الكمبودي
الترجمة النيبالية
جمعية أهل الحديث المركزية
الترجمة التايلاندية
مجموعة من جمعية خريجي الجامعات والمعاهد بتايلاند
الترجمة الصومالية
محمد أحمد عبدي
الترجمة الهوساوية
الترجمة الأمهرية
محمد صادق
الترجمة اليورباوية
أبو رحيمة ميكائيل أيكوييني
الترجمة الأورومية
الترجمة التركية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الفرنسية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الإندونيسية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الفيتنامية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة البوسنية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الإيطالية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الفلبينية (تجالوج) للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
الترجمة الفارسية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
مركز تفسير للدراسات القرآنية
Dr. Ghali - English translation
Muhsin Khan - English translation
Pickthall - English translation
Yusuf Ali - English translation
Azerbaijani - Azerbaijani translation
Sadiq and Sani - Amharic translation
Farsi - Persian translation
Finnish - Finnish translation
Muhammad Hamidullah - French translation
Korean - Korean translation
Maranao - Maranao translation
Abdul Hameed and Kunhi Mohammed - Malayalam translation
Salomo Keyzer - Flemish (Dutch) translation
Norwegian - Norwegian translation
Samir El - Portuguese translation
Polish - Polish translation
Romanian - Romanian translation
Elmir Kuliev - Russian translation
Albanian - Albanian translation
Tatar - Tatar translation
Japanese - Japanese translation
محمد جوناگڑھی - Urdu translation
Ma Jian - Chinese translation
Turkish - Turkish translation
King Fahad Quran Complex - Thai translation
Ali Muhsin Al - Swahili translation
Abdullah Muhammad Basmeih - Malay translation
Hamza Roberto Piccardo - Italian translation
Indonesian - Indonesian translation
Bubenheim & Elyas - German / Deutsch translation
Bosnian - Bosnian translation
Hasan Efendi Nahi - Albanian translation
Sherif Ahmeti - Albanian translation
Sahih International - English translation
Czech - Czech translation
Abul Ala Maududi(With tafsir) - English translation
Tajik - Tajik translation
Alikhan Musayev - Azerbaijani translation
Muhammad Saleh - Uighur; Uyghur translation
Abdul Haleem - English translation
Mufti Taqi Usmani - English translation
Muhammad Karakunnu and Vanidas Elayavoor - Malayalam translation
Sheikh Isa Garcia - Spanish; Castilian translation
Divehi - Divehi; Dhivehi; Maldivian translation
Abubakar Mahmoud Gumi - Hausa translation
Mahmud Muhammad Abduh - Somali translation
Knut Bernström - Swedish translation
Jan Trust Foundation - Tamil translation
Mykhaylo Yakubovych - Ukrainian translation
Uzbek - Uzbek translation
Diyanet Isleri - Turkish translation
Ministry of Awqaf, Egypt - Russian translation
Abu Adel - Russian translation
Burhan Muhammad - Kurdish translation
Dr. Mustafa Khattab, The Clear Quran - English translation
Dr. Mustafa Khattab - English translation
الترجمة الإنجليزية - مركز رواد الترجمة
الترجمة الفرنسية - محمد حميد الله
الترجمة البوسنية - مركز رواد الترجمة
الترجمة الصربية - مركز رواد الترجمة - جار العمل عليها
الترجمة الألبانية - مركز رواد الترجمة - جار العمل عليها
الترجمة اليابانية - سعيد ساتو
الترجمة التاميلية - عمر شريف
الترجمة السواحلية - عبد الله محمد وناصر خميس
الترجمة اللوغندية - المؤسسة الإفريقية للتنمية
الترجمة الإنكو بامبارا - ديان محمد
الترجمة العبرية
الترجمة الإنجليزية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
الترجمة الروسية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
الترجمة البنغالية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
الترجمة الصينية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
الترجمة اليابانية للمختصر في تفسير القرآن الكريم
ترجمة معاني القرآن الكريم - عادل صلاحي
عادل صلاحي
ﰡ
آية رقم 1
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖ
ﭗ
Alif Laam RaaSunniin keeyyattoota kitaabicha ogummaan guutameeti
آية رقم 2
Sila gara nama isaan irraa ta’ee “nama akeekkachiisi; warra amanes toltuun dabre Rabbii isaanii bira isaaniif jiraachuudhaan gammachiisi” jechuun wahyii godhuun keenya namootatti dinqii ta’eeraa? Kaafirtoonni: “Dhugumatti, inni kun falfalaa ifa bahaadha” jedhan
آية رقم 3
Dhugumatti, Gooftaan keessan Allaah Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumee, ergasii Arshii irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedhaWaan hundaa garagaggalchaAraarsaan homaatuu hayyama Isaatiin booda malee hin jiruKun Rabbii Gooftaa keessan ta’eedhaKanaafuu Isa qofa gabbaraaSila isin hin gorfamtanuu?
آية رقم 4
Deebiin hunda keessanii gara IsaatiWaadaa Rabbiin (beellamee dha)Dhugaa gochuus (isa godhe)Dhugumatti, Isatu uumuu jalqabee, ergasiis isa deebisaIsaan amananii, toltuu dalaganiif haqaan mindaa isaaniif kennuuf (akkas godhe)Isaan kafaran waan kafaraniif jecha isaanif dhugaatii bishaan danfaa irraa ta’eefi adabbii laalessaatu jira.
آية رقم 5
Inni Isa aduu madda ifaa, baatiis ifa taasisee, akka lakkoofsa waggootaafi herregaa beektaniif jecha bakka isaaf (Ji’aaf) godheedhaRabbiin kana dhugaan malee hin uumne(Rabbiin) keeyyattoota namoota beekaniif addeessa.
آية رقم 6
Dhugumatti, bakka wal bu’uu halkaniifi guyyaa keessa, waan Rabbiin samiifi dachii keessatti uume keessaas namoota (Rabbiin) sodaataniif mallattooleetu jira
آية رقم 7
Dhugumatti, isaan qunnamtii keenya hin sodaanne, kan jireenya addunyaa qofa fedhanii, isheetti gammadaniifi isaan keeyyattoota keenya irraa dagatoo ta’an,
آية رقم 8
ﭡﭢﭣﭤﭥﭦ
ﭧ
Isaan sun waan hojjachaa turaniif jecha teessoon isaanii ibidda
آية رقم 9
Dhugumatti, isaan amananii, gaggaarii hojjatan Gooftaan isaanii iimaana isaanitiin isaan qajeelchaJannatoota qananii keessa laggeen isaan jala yaati.
آية رقم 10
Kadhaan isaanii ishee keessatti (yeroo waan tokko fedhan)[] “yaa Allaah! Qulqulliini keeti” jechuudhaKabajaan isaaniis ishee keessatti “nagayaa” jechuudhaKadhaan isaanii kan boodaas[] “faaruun hundi kan Rabbii gooftaa aalamaati” jechuudha.
آية رقم 11
Odoo Rabbiin namaaf akka isaan gaarii (argachuuf) jerjerfatanitti hamtuu isaaniif jerjersee, silaa beellamni (adabbii) isaanii, isaaniif raawwatama tureIsaan wal ga’ii keenya hin sodaanne, jallina isaanii keessa dhama’oo taasifnee isaan dhiifna
آية رقم 12
Ilmi namaa yeroo rakkinni wahii isa tuqe, cinaacha isaa irrattis yookiin taa’eetis yookiin dhaabbateetis Nu kadhataYeroo Nuti rakkina isaa isa irraa fuune akka waan rakkina isa tuqeef Nu hin kadhatiniitti (kufrii isaa) itti fufaAkka kanatti daangaa dabartootaaf wanti isaan hojjachaa turan miidhagfame
آية رقم 13
Dhugumatti, dhaloota isin duraa irraa, yeroo isaan lubbuu isaanii miidhanii, ergamtoonni isaanii raajii dirree taa’uun isaanitti dhufanii hin amanin balleessinee jirraAkka kanatti ummata badii raawwattoota ta’aniif galata galchina.
آية رقم 14
Ergasii isaan booda akkam akka dalagdan ilaaluuf jecha dachii keessatti bakka bu’oota isin taasifne
آية رقم 15
Yeroo keeyyattoonni keenya ifa ta’anii isaan irratti dubbifamanis, isaan qunnamtii keenya hin sodaanne “Qur’aana kana hin ta’iniin nutti kottu; yookiin isa jijjiiri” jedhu“Ani of biraa isa jijjiiruun naaf hin ta’uWaan gara kiyyatti wahyii godhamu malee hin hordofuDhugumatti, ani yoon ajaja Gooftaa kiyyaa dide, adabbii guyyaa guddaan sodaadha” jedhi.
آية رقم 16
“Odoo Rabbiin fedhee, silaa ani isa isin irratti hin dubbisuInnis (Rabbis) isa isin hin beeksisuDhugumatti, ani isa duras yeroo dheeraa isin keessa jiraadheeraSila isin sammuu hin qabdanii?” jedhiin.
آية رقم 17
Nama Rabbi irratti kijiba uume yookiin kan keeyyattoota Isaa sobsiise caalaa namni miidhaa hojjate eenyu? Dhugumatti, badii raawwattoonni hin milkaa’anu
آية رقم 18
Rabbiin ala waan isaan hin miineefi hin fayyadne gabbaranii “Isaan kun Rabbiin biratti manguddoota keenya” jedhu“Sila isin waan Inni samiifi dachii keessatti hin beekne Rabbitti himtuu? Inni (Rabbiin) waan isaan Isa waliin gabbaran irraa qulqullaa’e; olis ta’ee jira” jedhi.
آية رقم 19
Ilmi namaa ummata tokko malee hin turreBooda irra wal dhabanOdoo jechi Gooftaa kee irraa ta’e dursee dabruu baatee, silaa waan isaan irratti wal dhaban keessatti gidduu isaaniitti ni murteeffama ture.
آية رقم 20
“Mallattoon Gooftaa isaa irraa maaliif isa irratti hin buufamin?” jedhu“Wanti fagoo hundi RabbumaafiIsinis eegaa; Anis isin wajjin warra eegan irraayi” jedhiin.
آية رقم 21
Yeroo namoota erga rakkoon isaan tuqee booda rahmata isaan dhandhamsiifne, yeroma san keeyyattoota keenya keessatti tooftaa baasuun isaaniif ta’aadha“Rabbitu tooftaatti isaan irra akkaan jarjaraadha” jedhiDhugumatti, ergamtoonni keenya (maleykonni) tooftaa isin baaftan ni barreessu.
آية رقم 22
Inni Isa dachiifi bishaan keessas isin deemsisuYeroo dooniwwan keessatti taatanii qilleensa gaarii keessa isaaniin deemanii, isheetti gammadan, qilleensi bubbisaan isaanitti dhufa; danbaliiniis bakka hunda irraa isaanitti dhufa; marfamnees yaadu“Yoo Ati (balaa) kana irraa nagaa nu baafte, nuti dhugumatti, warra (si) galateeffatan irraa taana” (jechaa) ibaadaa Isaaf qulqulleessanii Rabbiin qofa kadhatu.
آية رقم 23
Yeroma Inni nagaa isaan baase, isaan yoosuu haqaan ala dachii keessatti daangaa dabruYaa namootaa! Daangaa dabriinsi keessan isinuma irrattiQananii jireenya addunyaa (xiqqoo qananiitu)Sana booda deebiin keessan gara keenyattii, Nuti waan isin dalagaa turtan isinitti himna.
آية رقم 24
Dhugumatti, fakkeenyi jireenya addunyaa, akka bishaan Nuti samii irraa isa buufnee, ergasii biqiltuuwwan dachii kan waan ilmi namaatiifi horiin nyaatan irraa ta’an isaan wal makamanii, yeroo dachiin faaya ishee qabattee, miidhagdee, abbootiin isheetis ishee irratti danda’oo ta’uu yaadan, adabbiin keenya halkan yookiin guyyaa isheetti dhufee, akka waan kaleessa achitti hin ta’iniitti (hin jirreetti) haamamaa ishee gooneetiAkka kanatti mallattoolee ummata xiinxalaniif adda baafna.
آية رقم 25
Rabbiin gara mana nagayaatti waamaNama fedhes gara karaa qajeelaati qajeelcha.
آية رقم 26
Isaan toltuu hojjataniif (mindaa) gaariifi dabalataatu jiraGurraachinniifi salphinni homaatuu fuula isaanii hin haguuguIsaan sun warra jannataatiIsaan ishee keessatti hafoodha
آية رقم 27
Isaan hamtuu hojjatanis mindaan hamtuu fakkaatuma isheetiin ta’aSalphinnis isaan haguugdiRabbi irraa wanti isaan tiksus isaaniif hin jiruFuulli isaanii akka waan kutaa halkan dukkaneessaa ta’e irraa ta’een hagoogamanii fakkaattiIsaan sun warra ibiddaatiIsaan ishee keessatti hafoodha.
آية رقم 28
Guyyaa isaan hunda walitti qabnus, (dubbadhu)Ergasii isaan Nutti qindeessaniin ni jenna: “Isiniifi warri isin Nu waliin gabbaraa turtanis iddoo jirtan dhaabadhaa!” Sana booda gidduu isaanii addaan baafnaWarri isaan Nu waliin gabbaraa turaniis: “Isin nu gabbaraa hin turre” jedhu
آية رقم 29
“Gidduu keenyaafi gidduu keessanitti ragaa ta’uuf Rabbumatu ga’aadhaDhugumatti, nuti isin nu gabbaruu irraa dagatoo taanee turre.”
آية رقم 30
Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkattiGara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamuSobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada.
آية رقم 31
“Eenyutu samiifi dachii irraa isin soora? Yookiin dhageettiifi argaa eenyutu dhuunfata? Ammas eenyutu jiraataa du’aa irraa, du’aas jiraataa irraa baasa? Eenyutu waan hunda gara gaggalchas?” jedhi‘Rabbuma’ jechuuf jiruu“Sila Rabbiin hin sodaattanii?” jedhiin.
آية رقم 32
Sun Allaah, Gooftaa keessan, kan dhugaatiDhugaa booda jallina malee maaltu jira? Akkamumatti irraa gara galfamtu?
آية رقم 33
Akka kanatti jechi Gooftaa keetii, warra fincilan irratti amanuu dhabuun mirkanoofte.
آية رقم 34
“Sila warra isin Rabbii wajjiin gabbartan irraa warri uumama jalqabee, ergasii deebisu jiraa?” jedhi“Rabbiin uumama jalqabeeti, ergasiis deebisaAkkamumatti gara galfamtu?” jedhi.
آية رقم 35
“Sila warra isin Rabbii wajjin gabbartan irraa warri gara haqaatti qajeelchu jiraa?” jedhi“Rabbiin gara haqaatti qajeelchaSila Isa gara haqaatti qajeelchutu hordofamuu mirga godhatamoo isa yoo qajeelfame malee, qajeeluu hin dandeenyee dha? Sila isin maaltu isinii jiraaf akkuma feetan murteessitu?” jedhi.
آية رقم 36
Irra hedduun isaaniis shakkii malee hin hordofanDhugumatti, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsuDhugumatti, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti.
آية رقم 37
Qur’aanni kun Rabbii gaditti sobaan kan uumamu hin taaneGaruu dhugoomsaa (kitaabota) isa dura turaniitiifi addeessaa (seeraati)Gooftaa aalama hundaa irraa ta’uu isaa mamiin tokkos isa keessa hin jiru.
آية رقم 38
Moo sila isaan “isatu (Muhammadtu) of irraa isa uume” jedhu? “Oggas suuraa tokko kan isa fakkaattu fidaaYoo kan dhugaa dubbattan taatan, Rabbii gaditti nama dandeessan (gargaarsaaf) waamadhaa” jedhi.
آية رقم 39
Garuu isaan waan beekumsa isaatiin hin marsiniifi waan hiikkaan isaa amma dura itti hin dhufiniyyi kijibsiisuWarri isaan duraas akkuma kanatti kijibsiisanBooddeen miidhaa raawwattootaa akkam akka ta’e ilaali.
آية رقم 40
Isaan irraas namoota isatti amanantu jiraIsaan irraas namoota isatti hin amannetu jiraGooftaan keetis badii hojjattoota akkaan beekaadha.
آية رقم 41
Yoo si kijibsiisaniis “Anaaf dalagaa kiyyatu jira; isiniifis dalagaa keessantu jiraIsin waan ani dalagu irraa qulqullaa’oodha; anis waan isin dalagdan irraa qulqulluudha” jedhi.
آية رقم 42
Isaan irraas namoota gara kee dhageeffatantu jiraSila ati namoota gurri duude, odoo isaan sammuu hin qabne dhageessiftaa?
آية رقم 43
Isaan irraas namoota gara kee ilaalantu jiraSila ati jaamaa, odoo isaan hin argine isaan qajeelchitaa?
آية رقم 44
Dhugumatti, Rabbiin namoota homaa hin miidhuGaruu namoonni ofiif of miidhu.
آية رقم 45
Haala akka waan yeroo guyyaa irraa taate tokko malee hin turin itti fakkaatuun, odoo gidduu isaaniitti wal beekanuu guyyaa (Rabbiin) walitti isaan qabu [yaadadhu]Dhugumatti, warri qunnamtii Rabbii sobsiisan hoonga’aniiru; qajeeloos hin taane.
آية رقم 46
Garii waan waadaa isaaniif gallee yoo sitti argisiifne (toleera); yookiin yoo si ajjeefnes deebiin isaanii garuma keenya ta’aErgasii Rabbiin waan isaan dalagan irratti ragaadha.
آية رقم 47
Ummata hundaafis ergamaan (ergamee) jiraYeroo ergamaan isaanii dhufe odoo hin miidhamne jidduu isaaniitti haqaan murteeffama.
آية رقم 48
“Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif waadaan kun yoom ta’a?” jedhu.
آية رقم 49
“Waan Rabbiin fedhe malee ani lubbuu kiyyaaf miidhaas ta’ee bu’aas fiduu hin danda’uUmmata hundaaf beellamatu jiraYeroo beellamni isaanii dhufe, sa’aatii tokkos booda hin aanan; duras hin dabran.”
آية رقم 50
“Mee naaf himaa! yoo adabbiin Isaa halkan yookiin guyyaa isinitti dhufe, badii raawwattoonni isa irraa maal jarjarfatu?” jedhi
آية رقم 51
“Sila ogga inni argamee booda isatti amantuu? Sila odoo duraan jarjarfataa turtanii amma amantuu?” (jedhamaan).
آية رقم 52
Ergasii isaan miidhaa hojjataniin ni jedhama: “Adaba yeroo hundaa dhandhamaa! Sila waan hojjataa turtaniin malee ni mindeeffamtuu?”
آية رقم 53
“Sila inni (Guyyaan Qiyaamaa) dhugaa dhaa?” (jechuun) si odeeffatu“Eeyyeen! Gooftaa kiyyatti kakadhee! Inni dhugaadhaIsinis (isa jalaa) miliquu hin dandeessan” jedhi.
آية رقم 54
Odoo lubbuu miidhaa raawwatte hundaaf wanti dachii keessa jiru (hundi) ta’eefii isaan of baaftiYeroo adabicha arganis sheenaa ni mul’ifatuGidduu isaaniittis odoo hin miidhamne haqaan murteeffama.
آية رقم 55
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samiifi dachii keessa jiru kan RabbiitiDhagayaa! Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadhaGaruu irra baay’een namootaa hin beekan
آية رقم 56
ﭻﭼﭽﭾﭿ
ﮀ
Inni ni jiraachisa; ni ajjeesas; gara Isaatittis deebifamtu.
آية رقم 57
Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa taate, qorichi waan qoma keessaas, qajeelfamaafi rahmanni mu’uminootaaf taate isinitti dhufte
آية رقم 58
“Tola Rabbiitiifi rahmata Isaatiin (dhufte)Waan isaan walitti qaban irra isatu caalaa, isa sanitti haa gammadanu” jedhi.
آية رقم 59
“Soorata irraa waan Rabbiin isiniif buuse, isin ergasii isa irraa dhorgamaafi hayyamamaa taasiftan san mee naaf himaa?” jedhi“Sila Rabbitu isiniif hayyamemoo, Rabbi irratti kijiba uumtanii odeessitu?” jedhi.
آية رقم 60
Sila isaan Rabbi irratti kijiba odeessan Guyyaa Qiyaamaa maal yaadu? Dhugumatti, Rabbiin namoota irratti abbaa tola (guddaa)tiGaruu irra hedduun isaanii hin galateeffatanu.
آية رقم 61
(Yaa Muhammad!) Hojii kamillee keessatti hin taatu, Qur’aana irraas isa hin dubbiftu, dalagaa irraa waan tokkos hin hojjattan, yeroo isin isatti seentan Nuti isin irratti ragaa taanu malee hin hafuWanti hanga atomii dachii keessattis ta’ee, samii keessattis Rabbii kee irraa hin fagaatuWanti san irra xiqqaas ta’ee, guuddaan kitaaba addeessaa ta’e keessatti jiraatu malee hin hafu
آية رقم 62
Dhagayaa! Dhugumatti, jaalalleen Rabbii sodaan isaan irra hin jiraatu; isaan hin gaddanis.
آية رقم 63
ﭜﭝﭞﭟ
ﭠ
Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha.
آية رقم 64
Isaaniif jireenya addunyaa keessattis ta’ee kan Aakhiraa keessatti gammachuutu jiraJechoota Rabbii jijjiiraan hin jiruSun isumatu milkii guddaadha
آية رقم 65
Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa, beekaadha.
آية رقم 66
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan RabbiitiIsaan Rabbiin ala wantoota biraa gabbaranis, dhugaatti wantoota Rabbiin ala gabbaran hin hordofanuWanti isaan hordofan mamii qofa; isaan kijiba qofa uumanii odeessu.
آية رقم 67
Inni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, guyyaa immoo kan ibsu isiniif taasiseedhaDhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira.
آية رقم 68
“Rabbiin ilma godhate” jedhuInni (kana) irraa qulqullaa’ee jiraInni durreessaWanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan IsaatiKanatti ragaa homaatuu hin qabdanSila waan hin beekne Rabbi irratti jettuu?
آية رقم 69
“Dhugumatti, isaan Rabbi irratti kijiba uumanu hin milkaa’anu” jedhi.
آية رقم 70
(Kun) qananii addunyaa keessatti taateedhaErgasii deebiin isaanii gara keenyatti qofa ta’aErgasii waan isaan kafaraa turaniif adabbii cimaa isaan dhandhamsiifna.
آية رقم 71
Oduu Nuuh isaan irratti dubbisiYeroo inni ummata isaatiin “yaa ummata kiyya! Yoo (isin waliin) turuun kiyyaafi keeyyattoota Rabbiitiin (isin) yaadachiisuun kiyya isinitti guddate, ani Rabbi irratti hirkadhee, tooftaa keessaniifi isaan Rabbii waliin gabbartani walitti qabadhaa; ergasii dharti keessan isin irraa dhokataa hin ta’in; ergasii yeroo naaf hin kenninaatii narratti raawwadhaa”jedhe.
آية رقم 72
“Yoo gara galtan, mindaa homaatuu isin hin gaafadhuMindaan kiyya Rabbi irratti malee hin taaneAni Muslimtoota irraa ta’uuttiin ajajame.”
آية رقم 73
Isaan isa kijibsiisani; ergasii Nuti isaafi namoota isaa waliin doonii keessa jiranis ni baraarsineBakka bu’oo isaan gooneeti warra keeyyattoota keenya sobsiisan bishaaniin dhidhimsineBooddeen dinniinamtootaa akkam akka ta’e ilaali.
آية رقم 74
Ergasii isa booda ergamtoota gara ummata isaanii ni erginee, mallattoowwan ifa ta’aniin isaanitti dhufanIsaan waan san dura kijibsiisan sanatti kan amanan hin taaneAkka kanatti onnee daangaa dabritootaa irratti cufna.
آية رقم 75
Ergasii isaan booda Muusaafi Haaruuniin gara Fir’awniifi qondaalota isaa keeyyattoota keenyaan erginee jirraIsaan boonaniiti, badii raawwattoota irraas ta’an.
آية رقم 76
Yeroo dhugaan Nu biraa isaanitti dhufu “dhugumatti, kun falfala ifa ba’aadha” jedhan.
آية رقم 77
Muusaanis ni jedhe “sila dhugaan isinitti dhufnaan (kana) jettuu? Sila inni kun falfalaa? Falfaltoonni hin milkaa’an.”
آية رقم 78
Isaan ni jedhan: “Sila ati waan abbootii keenya isa irratti argine irraa nu garagalchitee ol aantummaanis dachii keessatti akka isin lamaaniif taatuuf nutti dhuftee? Nuti isin lamaaniif hin amannu.
آية رقم 79
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖ
ﭗ
Fir’awnis ni jedhe: “Cufa falfalaa beekaatiin natti koottaa.”
آية رقم 80
Yeroo falfaltoonni dhufan, Muusaan isaaniin ni jedhe: “Waan darbuu feetan darbaa.”
آية رقم 81
Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan falfalaa, dhugumatti, Rabbiin isa balleessuuf jiraDhugumatti, Rabbiin dalagaa badii hojjattootaa hin tolchu.
آية رقم 82
Odoo badii raawwattoonni jibbanuu, Rabbiin dhugaa jechoota Isaatiin mirkaneessa.”
آية رقم 83
Fir’awniifi qondaaltonni isaa isaan jallisuu sodaachuu irraa kan ka'e, dhaloota ummata Muusaa irraa ta’e malee Muusaaf hin amanneDhugumatti, Fir’awn dachii keessatti of tuulaadhaAmmas inni daanga dabritoota irraayi.
آية رقم 84
Muusaanis ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Yoo kan Rabbitti amantan taatan, Isuma irratti hirkadhaa; yoo Muslimoota taatan.”
آية رقم 85
Isaanis ni jedhan: “Nuti Rabbi irratti hirkannee jirraYaa Gooftaa keenya! Ummata miidhaa raawwattootaaf sababaa jallinnaa nu hin taasisin
آية رقم 86
ﮮﮯﮰﮱﯓ
ﯔ
Namoota kaafirootaa jalaas Rahmata keetiin nagaa nu baasi.”
آية رقم 87
Muusaafi obboleessa isaattis: “Isin lachanuu ummata keessaniif Misratti manneen qopheessaa; manneen keessanis iddoo ibaadaa taasisaa; salaatas dhaabaa; mu’uminootas gammachiisi” jechuu wahyii goone.
آية رقم 88
Muusaanis ni jedhe: “Gooftaa keenya! Ati dhugumatti Fir’awniifi qondaalota isaatiif jireenya addunyaa keessatti, (yaa) Gooftaa keenya! Karaa kee irraa akka (namoota) jallisaniif jecha miidhaginaafi qabeenya kennitee jirtaGooftaa keenya! Qabeenya isaanii mancaasi; onnee isaanii irrattis jabeesiIsaan hanga adabbii laalessaa arganitti hin amanan.”
آية رقم 89
(Rabbiin) ni jedhe: “Dhugumatti, kadhaan keessan lamaanii fudhatama argattee jirtiKaraa qajeelaa irratti gadi dhaabbadhaa; karaa warra hin beeknees hin hordofinaa.”
آية رقم 90
Ilmaan Israa’iil galaana ceesifneeti, Fir’awniifi waraanni isaas jibbaafi diinummaaf isaan hordofan; yeroo bishaaniin nyaatamuun isa dhaqqabu “dhugumatti, Isa Ilmaan Israa’iil itti amanan malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiruu amaneeraAnis Muslimtoota irraayi” jedhe.
آية رقم 91
Sila odoo duraan diddee, balleessitoota irraa taatee jirtuu amma (amantaa)!
آية رقم 92
Har’a qaama keetiin (reeffa kee) akka ati namoota si boodaatiif mallattoo taatuuf si baafnaDhugumatti, hedduun namoota irraa ta’an mallattoolee keenya irraa dagatoodha.
آية رقم 93
Nuti dhugumatti, Ilmaan Israa’iil iddoo kabajamaa (Shaamiifi Misraan keessa) isaan qubachiifnee jirraWantoota gaggaarii irraas soorata isaanif kenninee jirraHanga beekumsi isaanitti dhufutti wal hin dhabneDhugumatti, Gooftaan kee guyyaa Qiyaamaa waan isaan keessatti wal dhabaa turan keessatti gidduu isaaniitti ni murteessa.
آية رقم 94
Yoo waan Nuti gara keetti buufne irraa shakkii keessa jiraatte, isaan si dura kitaaba dubbisaa turan gaafadhuDhugumatti, haqni Gooftaa kee irraa sitti dhufee jiraa, shakkitoota irraa hin ta’in.
آية رقم 95
Isaan keeyyattoota Rabbii kijibsiisan irraas hin ta’in; hoongoftoota irraa taataa.
آية رقم 96
Dhugumatti, warri jechi Gooftaa keetii isaan irratti mirkanoofte hin amanan.
آية رقم 97
Odoo mallattoon hundi isaanitti dhufanillee hanga adabbii laalessaa arganitti (hin amanan).
آية رقم 98
Sila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee ishee fayyade ummata Yuunus malee maaliif hin jiraatini? (Hin jiru jechuu dha)Isaan amannaan jireenya addunyaa keessatti adabbii salphisaa ta’e isaan irraa fuunee, hanga yeroo murtaa’eettis isaan qanansiifne.
آية رقم 99
Gooftaan kee odoo fedhee namni dachii keessa jiru hundi ni amana tureSila ati hanga isaan mu’uminoota ta’anitti namoota dirqisiiftaa?
آية رقم 100
Lubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin ala amanuun hin taaneIsaan sammuu hin qabne irrattiis adabbii taasisa.
آية رقم 101
“Mee wantoota samiifi dachii keessa jiran (hunda) ilaalaa” jedhiMallattooleefi akeekkachiiftonnis namoota hin amanne irraa homaa hin deebisanu.
آية رقم 102
Sila fakkaataa guyyoota warra isaan dura dabranii malee maal eegu? “Egaa, anis isin waliin eegdota irraayi” jedhi
آية رقم 103
Ergasii ergamtoota keenyaafi isaan amananis nagaa baafna! Akka kanatti mu’uminoota nagaa baasuun Nu irratti haqa.
آية رقم 104
“Yaa namootaa! Yoo amantii kiyya irraa shakkii keessa taatan, isaan isin Rabbii gaditti gabbartan san hin gabbaru; garuu Rabbii isa isin ajjeesun gabbaraAni mu’uminoota irraa ta’uuttin ajajame” jedhi.
آية رقم 105
“Fuula kee qajeelaa taasisii guutumatti amantiitti gara galchi; mushrikoota irraas hin ta’in” (jechuuttiin ajajame).
آية رقم 106
Rabbii gaditti waan si hin fayyadneefi si hin miine hin gabbarinYoo (akkas) hojjatte, dhugumatti ati yoos miidhaa hojjattoota irraa taata.”
آية رقم 107
Yoo Rabbiin rakkinaan si tuqes, Isa malee wanti isa fuudhu hin jiru; yoo toltuun si fedhees, tola Isaa wanti deebisu hin jiruIsaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqaInnis araaramaa, rahmata godhaadha
آية رقم 108
“Yaa namootaa! Dhugumatti, Gooftaa keessan irraa dhugaan isinitti dhufee jiraKanaafuu namni qajeele, kan inni qajeelu lubbuma ofiitiifiNamni jallates, kan inni jallatu isuma irrattiAnis isin irratti bakka bu’aa miti” jedhi.
آية رقم 109
Waan gara keetti wahyii godhames hordofiHanga Rabbiin murtii kennuttis obsiInnis irra caalaa murteessitootaati.
تقدم القراءة