ترجمة معاني سورة الزلزلة باللغة الأورومية من كتاب الترجمة الأورومية
ﰡ
آية رقم 1
ﮅﮆﮇﮈ
ﮉ
Yeroo dachiin sochii ishee sosochoote,
آية رقم 2
ﮊﮋﮌ
ﮍ
Akkasumas, (yeroo) dachiin ba'aa ishee baafte,
آية رقم 3
ﮎﮏﮐﮑ
ﮒ
Namni "sila isheen maal taate?" jedhe,
آية رقم 4
ﮓﮔﮕ
ﮖ
Guyyaa san (dachiin) oduu ishee ni odeessiti.
آية رقم 5
ﮗﮘﮙﮚ
ﮛ
[Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef.
آية رقم 6
ﮜﮝﮞﮟﮠﮡ
ﮢ
Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u.
آية رقم 7
ﮣﮤﮥﮦﮧﮨ
ﮩ
Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga.
آية رقم 8
ﮪﮫﮬﮭﮮﮯ
ﮰ
Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga
تقدم القراءة